Kenna Press Get link Facebook X Pinterest Email Other Apps - August 01, 2022 Kenna Press is a site for technology, news and all useful application store. You can download every app you want for free from our site and through our site from google play store. Get link Facebook X Pinterest Email Other Apps Comments
Dhangala’aan akka fincaanii qaama saalaa dubartii keessaa yeroo walqunnamtii saalaa xummuruuf jettu faca’u maali - April 18, 2023 Dhangala’aan akka fincaanii qaama saalaa dubartii keessaa yeroo walqunnamtii saalaa xummuruuf jettu faca’u maali? Barnoota kiyya har’aatin gaaffii kana isiniif deebisuuf wantin yaadeef, namoonni hedduun waan kana akka dhukkubaatti ykn akka waan sirrii hin taanetti yaadudhaan walqunnamtii saalaa irraa fagaachuu kan filatanii fi jireenya walqunnamtii saalaa isaanii irratti dhiibbaa uumudhaan kan dhiphatan gara dubartoota parsantii 10 ta’uu isaaniti. Akkuma beekkamu, dhiirri tokko walqunnamtii saalaa godhee dhuma irratti ni dhangalaasa. Dhangala’aan kunis xannacha proosteetii jedhamu kan ulaa afuuffee fincaanii haguugee argamu kan faayidaa hedduu qabuun madduu fi sanyii dhiiraa ykn spermii, dhangala’aa furdaa ta’e kan cidhaan keessatti oomishamu qabata.Egaa, dhangala’aan xannacha proosteetiin oomishamu kuni, amala beezawaa kan qabu yoo ta’u, gartokkeen isaa ispermii dursee dhangala’uudhaan ujummoo fincaanii dhiiraa laaffisa(lubricate). Akkasumas baayina parsantii 70, dhangala’aa dhi... Read more
Toora interneetii irraa maallaqa argachuu nan danda'aa? - April 16, 2023 Eeyyee, toora interneetii irraa maallaqa argachuu dandeessa. Dhugaa dubbachuuf, toora interneetii irraa maallaqa argachuun galii dabalataa tokko tokko argachuuf ykn illee jireenya yeroo guutuu jiraachuuf karaa baayʼee jaallatamaadha. Akka Pew Research jedhutti, lammiileen Ameerikaa 6 keessaa tilmaamaan 1 waltajjiiwwan google onlaayinii irraa maallaqa ni argatu Read more
Comments
Post a Comment