Posts

Showing posts from April, 2023

Dhangala’aan akka fincaanii qaama saalaa dubartii keessaa yeroo walqunnamtii saalaa xummuruuf jettu faca’u maali

Image
  Dhangala’aan akka fincaanii qaama saalaa dubartii keessaa yeroo walqunnamtii saalaa xummuruuf jettu faca’u maali? Barnoota kiyya har’aatin gaaffii kana isiniif deebisuuf wantin yaadeef, namoonni hedduun waan kana akka dhukkubaatti ykn akka waan sirrii hin taanetti yaadudhaan walqunnamtii saalaa irraa fagaachuu kan filatanii fi jireenya walqunnamtii saalaa isaanii irratti dhiibbaa uumudhaan kan dhiphatan gara dubartoota parsantii 10 ta’uu isaaniti. Akkuma beekkamu, dhiirri tokko walqunnamtii saalaa godhee dhuma irratti ni dhangalaasa. Dhangala’aan kunis xannacha proosteetii jedhamu kan ulaa afuuffee fincaanii haguugee argamu kan faayidaa hedduu qabuun madduu fi sanyii dhiiraa ykn spermii, dhangala’aa furdaa ta’e kan cidhaan keessatti oomishamu qabata.Egaa, dhangala’aan xannacha proosteetiin oomishamu kuni, amala beezawaa kan qabu yoo ta’u, gartokkeen isaa ispermii dursee dhangala’uudhaan ujummoo fincaanii dhiiraa laaffisa(lubricate). Akkasumas baayina parsantii 70, dhangala’aa dhiirri

Toora interneetii irraa maallaqa argachuu nan danda'aa?

Image
 Eeyyee, toora interneetii irraa maallaqa argachuu dandeessa.  Dhugaa dubbachuuf, toora interneetii irraa maallaqa argachuun galii dabalataa tokko tokko argachuuf ykn illee jireenya yeroo guutuu jiraachuuf karaa baayʼee jaallatamaadha.  Akka Pew Research jedhutti, lammiileen Ameerikaa 6 keessaa tilmaamaan 1 waltajjiiwwan google onlaayinii irraa maallaqa ni argatu